2 Chronicles 9:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
tana malele inni damosa bunat'ufi daldaltuni isaa baaftu argata. Hayyooti Araftitifi worri gugurdaani lafa Israeli arda arda mohatuleeni qarsifi worqi d'ufeeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootonni biyya Arabaatii fi bulchoonni biyya sanii birri'ii fi worqii Solomoonii fida'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kana biratti daldaltooti gugurdo'oo fi daldaltooti dhibiin gibira isaaf fidane; moototi biyya Arabootaatii fi bulchitooti lafaa marti worqi'ii fi meetii Solomooniif fidane.