2 Chronicles 9:19 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Faano suni guba akheekha nyeench'a ka kud'ani lamati jira, ka faanoni ch'ufti gama lamaani qabdu. Barch'uma hayyu ka akasi suni taka lafa d'ibi keesati imid'aasine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qaccee yaabbannoo jaa gubbaa gara lamaaniinuu fakkii neenqaa kudhanii lamaatitti dhaabbateera. Barcumaan mootumma'aa ka akkasii mootummaa dhibii takkattii keessalle'etti hujamee hin beeku.