2 Chronicles 9:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Muduunini Solomoni ch'ufti ta worqiti, ammalle mihi woini sooratani, ka Mana Badda Lebanoni jed'ani kaani ch'ufa, worqi ch'allaani mid'aasani. Bara Solomoni suni qarsi womatu indarani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kobbee mootichi Solomoon waa itti dhuguu fi meeshaan hulee «Bosona Libaanonii» jedhamu keessa jiru maruu worqii mishaa irraa hojjataman; bara mootichi Solomoon bulchu birriin waan guddisee baay'ateef akka waan gatii qabuutitti hin laakkayamu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mey mootichi Solomoon ka itti unanu martinuu, mey mana mootumma'aa, «Gongomaa Libaanonii» jedhamu keessa jiru martinuu worqii qulluu irraa hujameera. Bara Solomoonii meetiin akka waan gatii qabuu waan hin laakkowaneef, wonni tokkolle ittiin hin hujanne.