2 Chronicles 9:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hobolo heddu, ta lafa fago hobolo Hiramu woliini yaatu, qaba. Duuba hobolooni suni, hojja ganni sadi dabru ch'ufa dachaate worqifi qarsifi — ilka arbaatifi jaldeesa gaaratifi qamaleeni d'ufti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Solomoon hojjattoota hojjattoota mootii Kiraamii woliin gara Tarseesii markabaan deeman qaba ture; isaan woggaa sadihi sadihiin worqii, birrii, ilkaan Arbaa, qamalee baay'e'ee fi jaldeessa baay'ee fida'aafii turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi hoboloo gugurdoo biyya Tarshiishiititti deddeebi'aa daldalanu qabaayyu; hoboloota san ka oofu tajaajiltoota Hiiraamii ti; hobolooti sun woggaa sad keessatti yennaa tokko worqii, meetii, ilka arbaa, jaldeessaa fi qalamee biyya Tarshiishiitii fidaniiyyu.