2 Chronicles 9:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyooti sunini ch'ufti woini isaa d'ufti — waan qarsifi worqiini mid'aasani fa, woya fa, miha lola fa, qumbifa, fardaafi gaangele. Waan kana ganna ch'ufa akasuma d'ufaniini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni maruu kennaa isaa kennan meeshaa worqi'ii fi birrii irraa hojjatame uffataa fi meeshaa woraanaa, urgooftuu, farado'oo fi gaangiin baay'ee qabatanii wogga wogga'aan fida'aafii turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri isa bira dhufane martinuu meya meeti'ii fi worqii irraa hujame, woyaa, meya woraanaa, qumbii, uddowaa, fardoolee, gaangolee, wogguma wogga'aan woggaa bacaa isaaf fidane.