2 Chronicles 9:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Solomonini maneeni fardooleeni isaatiifi gaarini isaa iti galu kuma afuri qaba. Ammalle fardoole askartini yaabatu kuma kud'ani lama qaba. Haga toko Yerusalemuti galche, kaani dira d'ibiti gargari qoode.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon moonaa loonii ka farado'ootii fi ka gaarii fardaa keessa kaayan kuma afurii fi worra farda yaabbatanii lolan namoota kuma kudha lamaa qaba; inni isaan maraa qachaa Yerusaalemii keessa uf bira isaan jiraachise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon gola fardoole'eetii fi garreettaa fardaan harkifamanuu kuma afurii fi abbootii fardoole'ee kuma kudhanii lama qabaayyu; inni isaan kana keessaa garii qachoota garreettaan fardaan harkifamanu keessa keyamanu keessa keyee, garii ifi bira Yerusaalem keessa keye.