2 Chronicles 9:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi Yerusalemu keesa qarsiini lafa ira dabarte akuma d'akhaati heregani, hind'eesale akuma mukha dambiti heregani, ka fulla ch'ufa jiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi birriin biyya Yerusaalemii keessatti akkuma dhaga'aatitti akka baay'atu godhe; baay'inna muka birbirsaallee akkuma odaa lafa gammoojji'ii keessatti biqiluutitti baay'ise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Yerusaalem keessatti meetiin akka dhaka'aa akka bacattu, birbirsi akka muka harru'uu ka lafa gaaraa jalaa akka bacatu godhe.