2 Chronicles 9:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Solomoni tolche ch'ufa, haguma geetunu, kitaaba huji raaga Nathani jed'anifi, fagisa Ahiya lafa Shilotifi daayya raaga Ido ka waan hayyu Rehoboamule keesati t'aafaniti t'aafani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seenaan Solomoonii ka biraa jalqabaa irraa haga dhumaa seenaa raatticha Naataanii raaga raatticha Akiyaa nama Seelo'otti dhalateetii fi wonti Iyyoorbi'aamii mootii Israa'eliillee mudhata raatticha Ido'oo irratti argama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni mootichi Solomoon bara mootummaa ifii keessa huje ta dhibiin, jalqabaa haga dhumaatitti barreeffama Naataanii raagichaa, kitaaba raagaa ka Ahiiyaa nama biyya Shiiloniitii fi mudhii Iddoon nami mudhii dhaggu marroo Yerobi'aamii ilma Nebaatii dhagge keessatti barreeffanteerti;