2 Chronicles 9:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jannaani isiini waan hayyu Solomonini jette, wonti kanke ka anini lafa tiyyati d'agaye, ka nafa keetitifi qaroomileeni ch'ufti waan jirati!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin mootichaan «Wonti keetii fi wonti ogummaa keetii, gurri kee ka ani uduu biyya kiyya jiru dhagaye dhuga'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin mootichaan, «Marroo hujii teetiitii fi marroo qarummaa teetii wonni ani biyya tiyya keessatti dhage'e dhuga'a.