2 Corinthians 1:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi balaa du'aa ka akkasii jalaa nu baaseera, hin baasalle'e; ammalle akka nu baasu addii isatti godhanneerra.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gaargala duisa kana keesaa nu baase, hegerile nu baasa; nuleeni abdi teenna isa ira keyanne aka inni ammalle nu baasu,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii gaargala du'aa ka akkasii sun la jalaa nu baase, hegeriillee nu baasa; akka innii ammallee nu baasuu nulleen abdii teenna isa irra keeyyanna,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee du'a hagana gayu keessaa nu hambise; nu hambisalle'e;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee du'a hagana gawu keessaa nu hambise. Nu hambisalle'e; isinillee ammoo akkasuma waan keenna Rabbiin kadhata'aa nu woliin taatanii yoo nu gargartan karaa namoota hedduutiin kennaa badhaadhumma'aa ka nuu kennameef hedduun isaanii waan keennaaf akka galateeffatan duranallee akkasuma akka nu fayyisuuf isa abdii godhanneerra.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf inni galttee haga du'aatiin nu gayuu irraa nu fayyisee jira, nu fayyisa'lle'e, dabalee akka nu fayyisuuf'llee, abddiin keenna isaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi balaa du'aa ka akkasii jalaa nu baaseera, hin baasalle'e; ammalle akka nu baasu addii isatti godhanneerra.