2 Corinthians 1:11 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isinille daadimannaa teessaniin nu qarqaaruu qaddan. Daadimannaa heddu'uun qarqaarsa Waaqaa yennaa dhaggannu, worri hedduun sababa keennaaf Waaqa hin galateeffata.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
akuma isanileeni kad'acha teesaniini nu qarqaartani. Kara kanaani kad'acha heddu ta nuu kad'atani d'agayani, Waaqileeni nu eebisa; duuba nami hedduuni qonqo olfud'ate maro teennaafi galata deebisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akkuma isaniilleen kadhachaa teessaniin nu qarqaaratan; duuba namii hedduun qoonqoo olfudhatee marroo teennaaf galata Waaqaa galacha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
isinillee ammo akkasuma waan keenna Rabbiin kadhata'aa nu woliin taatanii yoo nu gargaartan karaa namoota hedduutiin kennaa badhaadhumma'aa ka nuu kennameef hedduun isaanii waan keennaaf akka galatoonfatan duranallee akkasuma akka nu fayyisuuf isa abdii godhanneerra.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin'llee kadhanna'aan nu gargaaruun ni mala, kadhannaa baayi'e'een nu'u gargaarssa Waaqaa yoo argannu namoonni baay'een ammoo, waayee keennaan Waaqa ni galateeffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isinille daadimannaa teessaniin nu qarqaaruu qaddan. Daadimannaa heddu'uun qarqaarsa Waaqaa yennaa dhaggannu, worri hedduun sababa keennaaf Waaqa hin galateeffata.