2 Corinthians 1:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani waan kana waan beekeeruuf, yennaa lama akka isin fayyadantanuuf jedhee, matooma gara keessan dhufiisaaf karoora baafadheeraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan kana aka dansa beennaani, anini aka imaltu gara keesani d'aqu herege, aka maro lama eeba argattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan kana akka dansaa beenna, anin akka isan marroo lama eebba argattan, imaltuu gara keessan dhaqu herrege.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanatti abdadhee, lammeessoo akka badhaadha argattan, firrisee gara keessan akka dhufu karoorfadheera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanatti abdadhee, lammaffaa badhaadha akka argattan, firrisee gara keessan akka dhufu karoorfadheera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waan kanaan sirrii waan tureef yeroo lama akka fayyadamttaniif jedhee, jalqaba isin laalu'uuf karoorffadhee ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan kana waan beekeeruuf, yennaa lama akka isin fayyadantanuuf jedhee, matooma gara keessan dhufiisaaf karoora baafadheeraayyu.