2 Corinthians 1:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani gara Maqedooniya'aa yennaa taruu fi achii yennaa deebi'u isin ilaaliisaaf karoora baafadheerra. Isinille yennaa san deensa kiyya ka ani gara lafa Yihuda'aa dhaquuf na hin qarqaartan jedhee yaadadheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Makedonia deemuufi gaafa galule isani ira bahu fed'e, aka imaltu tiyya ta Yudea keesa na qarqaartani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka imaltuu tiyya ta Yihudaa keessaa na qarqaartan, gaafa Maqedooniyaa deemuu fi gaafa galuullee isan irra bahu fedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin keessaa bayee gara Maqedooniya'aa akka deemu, akkasuma Maqedooniya'aa gara keessan dhufee gara Yihuuda'aa hennaa deemu waan imala kiyyaatiif akka na gargaartan yaade.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin keessaa bayee gara Maqedooniya'aa akka deemu, akkasumaa Maqedooniya'aa gara keessan dhufee gara Yihuuda'aa hennaa deemu waan imala kiyyaatiif akka na gargaartan yaade.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
isin laalu'uuf ka karoorffadhe'llee, gara Maqedooniya'aa yoo dabrruu fi achii'llee yeroo deebi'utti ture, haala kanaa'llee gara biyya Yihuda'aa adeemissa kiyya ka taasisu irratti, ana gargaarttan jedhee yaadee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gara Maqedooniya'aa yennaa taruu fi achii yennaa deebi'u isin ilaaliisaaf karoora baafadheera. Isinille yennaa san deensa kiyya ka ani gara lafa Yihuda'aa dhaquuf na hin qarqaartan jedhee yaadadheera.