2 Corinthians 1:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa karoora kana baafadhe, nama yaada lamaa isinitti fakkaadhaa? Yookiin tana karoorfatiisaan yennaa tokkotti “Eeti'ii” fi “Waawwo'o” jedhaa yaada namaatiin waan godhe seetanii?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa waan kana herege anini waan aka injirre tahe? Anini yo woi heregu, aka nama lafa herega? ka Ee, Ee yokhaani Hiyyo, Hiyyo fulla tokotu jed'u?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin gaafa waan kana herrege waan akka hinjirre tahee? Anin yo wa herregu, akka nama lafaa herregaa? ka “Ee, ee” yokaan “Hiyyoo” fulaa tokkootuu jedhuu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa hennaa kana yaadee karoorfadhu akka waan salpha'aatitti karoorfadhee? yookaan nama yaada lamaa isaanitti fakkaadhaa? Yookaan akka aadaa namoota adunyaa kanaatiin «Ee» yookaan «Wa'a» jedha'aa waan godhe seetanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa hennaa kana yaadee karoorfadhu, akka waan salpha'aatitti karoorfadhee? yookaan nama yaada lamaa isaanitti fakkaadhaa? Yookiin akka aadaa namoota adunyaa kanaatiin «Ee» yookiin «Wa'a» jedha'aa waan godhe seetanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana yeroo karoorffadhetti waan raawwadhu ka hin beekinne, asii fi achi jedhaa nama ta'e isinitti ni fakkaataa? Yookiin kana karoorffachuu kiyyaan yeroma tokkoon, «Eeti'ii fi mitii» jedha'aa asii fi achi jedhu'uun, yaada namaatiin ka raawwadhe isinitti fakkaataa ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa karoora kana baafadhe, nama yaada lamaa isinitti fakkaadhaa? Yookiin tana karoorfatiisaan yennaa tokkotti «Eeti'ii» fi «Waawwo'o» jedhaa yaada namaatiin waan godhe seetanii?