2 Corinthians 1:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi Abbaan keennaa fi Goottaan keenna Yesuus Kiristoos badhaadhaa fi nageya isiniif kennu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi Abba keennafi Aabbo Yeso Kristoni eebafi nagaya isanii kennina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii Abbaa keennaatiifi Aabboo Yesus Kiristoon eebbaa fi nagayaa isanii kenninna!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Abbaa keenna, Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin irraa badhaadhumma'aa fi nageenni isiniif haa ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbii Abbaa keenna, Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin irraa badhaadhumma'aa fi nageenni isiniif haata'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abbaa keenna Waaqa irraa, Gooftaa keenna Yesus Kristosiin irraa, kennaan bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi Abbaan keennaa fi Goottaan keenna Yesuus Kiristoos badhaadhaa fi nageya isiniif kennu.