2 Corinthians 1:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waadaan Waaqi nu'uuf gale duudiin karaa Kiristoosiitiin, “Eetii” te'a. Tanaaf nuutille ulfinna Waaqaatiif karaa Kiristoosiitiin, “Ameen” jenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi waan Waaqi kakhate ch'ufa inni ee jed'a. Maro waan kanatifi maro Yeso Kristotiifi nu Amini jenne Waaqa guddimna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
wantii akkaanatiif waan Waaqii kakhate cufa innii, “Ee'ee” jedha. Mar. roo waan kanaatiif marroo Yesus Kiristootiif nu “Ee'e jenne” jennee Waaqaa guddimna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin abdi'iin ka Rabbi kenne maruu, «Ee» dubbi'iin isaan waan ta'eef, Kanaaf Rabbiif ulfinna isaatiif ka nu keessan dubbatu akkasuma «Amiiniin» isaan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abdiin dubbii ka Rabbi kenne maruu, «Ee» dubbi'iin isaan waan ta'eef, Kanaaf Rabbiif ulfinna isaatiif ka nu keessan dubbatu akkasuma «Amiiniin» isaan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abddiin Waaqinni nu'uuf kenne marrinuu, «Ee» ka ta'uun Kristosiin, kanaaf ulfinna Waaqaatiif Kristosiin, «Ameen» ka jennu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waadaan Waaqi nu'uuf gale duudiin karaa Kiristoosiitiin, «Eetii» te'a. Tanaaf nuutille ulfinna Waaqaatiif karaa Kiristoosiitiin, «Ameen» jenna.