2 Corinthians 1:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti isin woliin Kiristoositti akka jabaannu ka godhe Waaqa; hujii tanaaf ka nu muudelle isa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqati nu jabeesa isani woliini, jireenna keenna ka Kristo keesa; ammalle isumati biyya ira koba nu baase,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqaatti isan waliin nu jabeessa, jireenna keenna ka Kiristoo keessa; ammallee isumatti biyya irraa kophaa nu baasee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nuu fi isin Kiristoosiin woliin akka dhaabannu ka nu dibe Rabbi.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nuuf isin Kiristoosiin woliin akka dhaabannu ka nu dibe Rabbi.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u isiniin woliin Kristosiin akka jabaannuuf ka nu taasise Waaqa, huji'iif'llee ka nu fooye isa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti isin woliin Kiristoositti akka jabaannu ka godhe Waaqa; hujii tanaaf ka nu muudelle isa.