2 Corinthians 1:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni ani gara lafa Qorontoosii deebi'ee dhufuu dhabeef, akka isin hin gaddisiinne isiniif nayeeti; kanalle'eef Waaqi anaaf dhuga'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini Waaqa ka d'uga tiyya yaamad'a, inni garaa kiyya imbeekha! Anini aka isani ingaargalchineefi Korintho d'aqu dide.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin Waaqaa ka dhugaa tiyyaa yaammadha, innii garaa kiyya inbeeka! Anin akka isan hingaargalchineef Qorontos dhaqu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ammo garaa isinii laafu'uuf jedhee deebi'ee gara Qorontoosii akka hin dhufne lubbuu tiyya irratti Rabbiin ragaa waama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani ammoo garaa isinii laafu'uuf jedhee, deebi'ee gara Qorontoosii akka hin dhufne lubbuu kiyya irratti Rabbiin ragaa waama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
An gara Qorontoosii deebi'ee waayee dhufuu dhabeef isin akka hin gaddisiifnneef, garaa isinii laafu'uun, kanaaf'llee Waaqinni ragaa kiyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni ani gara lafa Qorontoosii deebi'ee dhufuu dhabeef, akka isin hin gaddisiinne isiniif nayee ti; kanalle'eef Waaqi naaf dhuga'a.