2 Corinthians 1:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin dhugeeffanna'aan jabaattanee waan dhaabbattaneef, akka gammaddanuuf isin woliin hujaarra malee, dhugeeffannaa teessan irratti ifi goottonsiisaafii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan isani d'ugefachaani jabaatanifi nu waan isani d'ugefachu maltani isaniti himuti injiru. Ammo nu aka gammada argattani isani woliini hojachuuti jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan isan dhugeeffachaan jabaataniif nu waan isan dhugeeffachuu maltan isaniitti himuutti hinjiru. Ammoo nu akka gammada argattan isan waliin hojjachuutti jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu worra gammachuu keessaniif isin woliin hojjatu malee, amantaa keessan irratti akka isin ajanyuufii miti. Amantaa keessaniin waan dhaabattaniirtaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu gammachuu keessaniif isin woliin worra hojjatu malee, amantaa keessan irratti akka isin ajanyuufii miti. Amantaa keessaniin waan dhaabattaniirtaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin amantii keessaniin worra dhaabattan waan taataniif, isin akka gammadaniif isin woliin ni hojjanna malee, amantii keesantti isin hin ajajinnu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin dhugeeffanna'aan jabaattanee waan dhaabbattaneef, akka gammaddanuuf isin woliin hujaarra malee, dhugeeffannaa teessan irratti ifi goottonsiisaafii moti.