2 Corinthians 1:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti jajjabeenna Waaqa irraa dhagganeen, worra rakkinna adda addaa keessa jiru akka jajjabeessinuuf, Waaqi rakkoo teenna duudii keessatti nu jajjabeessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala keenna ch'ufa keesati nu qarqaara, aka nuleeni dandeenne nama gaargala qabu ch'ufa qarqaarru, qarqaarsa nu Waaqa ira arganne suniini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka nulleen qarqaarsa Waaqaa irraa arganne suniin, dandeennee nama gaargala keessa jiru cufaa qarqaaru, gaargala keenna cufaa keessaatti nu qarqaara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni rakkinna keenna maraa keessatti nu jajjabeessa. Kanaafuu jajjabeenni nu Rabbiin jajjabaannu worra rakkinna keessa jiran maraa jajjabeessuu hin dandeenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni rakkinna keenna maraa keessatti nu jajjabeessa. Kanaafuu jajjabeenni nu Rabbiin jajjabaannu, worra rakkinna keessa jiran maraa jajjabeessuu hin dandeenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u jajabeenna Waaqa biraa arganuun worra rakkinna irra jiran maraa jajabeesu'uuf akka dandeennu, Waaqinni rakkinna keenna maraa irratti nu jajabeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti jajjabeenna Waaqa irraa dhagganeen, worra rakkinna adda addaa keessa jiru akka jajjabeessinuuf, Waaqi rakkoo teenna duudii keessatti nu jajjabeessa.