2 Corinthians 1:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma rakkinna hedduu Kiristoosii qoodanne, akkasuma Kiristoosiin jajjabeenna hedduu dhagganna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma nu gaargala Kristo gudda qoodannu, akasuma maro Kristotiifi qarqaarsa isaa guddale qoodanna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma gaargala Kiristoo guddaa qoodannee, akkasuma marroo Kiristootiif qarqaarsa isaa guddaallee qoodanna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rakkinni Kiristoosii nu irratti akka guddate akkasuma jajjabaachuun karaa Kiristoosiitiin waan nuu baay'atuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rakkinni Kiristoosii nu irratti akka guddate akkasuma jajjabaachuun karaa Kiristoosiitiin waan nu baayi'atuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Rakkinna Kristosii baay'innaan akka qoodamuu keennaa titti, akkuma kanaan'llee Kristosiin jajabeenna baay'innaan ni arganna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma rakkinna hedduu Kiristoosii qoodanne, akkasuma Kiristoosiin jajjabeenna hedduu dhagganna.