2 Corinthians 1:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti yennaa rakkannu isin jajjabeennaa fi fayyinna dhaggattan; yennaa jajjabaannulle rakkoo akka nuuti fudhannee, isinille ossaan fudhattanee hin jajjabaattan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nu gaargalle, maro qarqaarsafi baafama keesanitiifi gaargalla; yo nu qarqaarani isanile ya qarqaarani, irre ta isani gaargala aka keenna obsitaniini isani kennani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu yo gaargalle, marroo qarqaarsaa fi baafama keessanitiif gaargalla; yo nu qarqaaran isaniillee ya qarqaaran, irree ta isan gaargala akka keennaa obsitaniin isanii kennan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo rakkinni yoo nu irra gaye waan isin jabaattanii dhaabattaniif, waan fayyuu keessaniitiif, yoo jajjabaannellee nu akkasuma rakkinni rakkannu waan isin dhaabattanii fi jajjabaattaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammo rakkinni yoo nurra gaye, waan jajjabaachuu keessaniitiif, waan fayyuu keessaniitiif, yoo jajjabaannellee nu akkasuma rakkinni rakkannu waan isin dhaabattanii fi jajjabaattaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'u rakkinna yoo fudhannu isin jajabeennaa fi fayyinna ni argattan, nu yoo jajabaannu ammoo isin'llee rakkinna bifa nu'u fudhannuu obissaan fudhattanii ni jajabaattan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti yennaa rakkannu isin jajjabeennaa fi fayyinna dhaggattan; yennaa jajjabaannulle rakkoo akka nuuti fudhannee, isinille ossaan fudhattanee hin jajjabaattan.