2 Corinthians 1:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akka waan muraan du'aa nutti murantee nu'utti dhage'ameeraayyu; ammoo Waaqa worra du'ane kaasu callaa malee, ifii keenna akka hin addanneef tun teete.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ijeecha nuti murani seene. Ammo wonti kunini aka nu ufi inabdanne ammo Waaqa ka nama due kaasu abdannufi taate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan ijjeechaa nutti muran seene. Wantii kunin ammoo akka nu ufi hin abdannuu ammoo Waaqaa ka nama du'e kaasu abdannuuf taate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhugamaan akka waan murtiin du'aa nutti murtaayeetitti nutti dhagayame; kunillee ka ta'e, Rabbii worra du'an du'aa kaasu akka abdannuuf malee akka uf abdannuufii miti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ee, Rabbii worra du'an du'aa kaasu malee, ufitti akka hin amananne nu'u murtee du'aa akka waan nutti muraniititti nutti dhagayame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gonkumaa akka waan duuti nutti murteeffamee titti, nutti dhagayamee ture, kun marri'llee nurra ka gaye, ka abddii taasfannu worra du'aa ka kaasu Waaqa malee, huminna mataa keennaatiin ta'uu dhabuu akka hubannuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka waan muraan du'aa nutti murantee nu'utti dhage'ameeraayyu; ammoo Waaqa worra du'ane kaasu callaa malee, ifii keenna akka hin addanneef tun teete.