2 Corinthians 10:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isinille meessaa tajaajila keennaa keessa waan jirtanuuf, nuuti Oduu Gammadaa ta Kiristoosii gara keessan finnee yennaa dhunne meessaa san hin tarre.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isanileeni herega suni keesa jirtani, tanaafi nu gaafa gara keesani d'umne herega suni indabarre, gaafa Odu Dansa ta Kristo isanii d'umneeni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isaniilleen herrega sun keessa jirtan, tanaaf nu gaafa oduu dansaa Kiritoo isanii dhumneen herrega sun hindabarre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu hennaa gara keessan dhufne hulee nuu kenname waan hin lufneef Dubbii Nagayaa ka Kiristoosii lallaba'aa isin bira geenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nu hennaa gara keessan dhufne hulee nuu kenname waan hin lufneef, Oduu Nagayaa ka Kiristoosii lallaba'aa isin bira geenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin'llee ka jirttan naannoo hujii keennaa keessa waan ta'eef wongeela Kristosii barsiisu'uuf gara keessan yeroo dhufnnetti, naannoo san hin dabarre.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isinille meessaa tajaajila keennaa keessa waan jirtanuuf, nuuti Oduu Gammadaa ta Kiristoosii gara keessan finnee yennaa dhunne meessaa san hin tarre.