2 Corinthians 10:18 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille nama Goottaan saadutti fudhatama qaba malee, nami ifi saadu fudhatama hin qabu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi nami, yo Waaqi waan isaa dansa heregu ch'alla dansa taha, yo inni waan ufi dansa hereguuniti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif namii, yo waan ufii dansaa herregunitii yo Waaqii waan isaa dansaa herregu callaa dansaa taha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni galateeffamu'uuf ka gayu Gooftaan yoo isa galateeffate malee, mataa isaatii mataa isaa yoo galateeffatee miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille nama Goottaan saadutti fudhatama qaba malee, nami ifi saadu fudhatama hin qabu.