2 Corinthians 10:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqa beekiisa irratti moroma'aa fi kijiba gufuu te'ee ka'u duudii hin ballessina; yaada namaa duudiille booji'aa Kiristoosiif akka ajajamu goona.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan nu gufachiisa ka kara keesa jira, ka Waaqa hubachu nama d'owa balleesina: herega keenna ch'ufa Kristo kennina, aka inni mohatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
waan nu guffachiisaa ka karaa keessa jiraa, ka Waaqaa hubachuu nama dhowaa balleessina; herrega keenna cufa akka innii moohatu Kiristoo kennina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaada namaallee ka beekkumsa Rabbii irratti kakka'u waan ol ka'e maraa hin diinna. Kiristoosiif ajajamu'uun sammuu maraa boojina.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yaada namaallee ka beekkomsa Rabbii irratti kakka'u waan ol ka'e maraa hin diinna. Kiristoosiif ajajamu'uun sammuu maraa boojina.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqa beekuu irratti gufuu ta'anii worroota ka'an mormma'aa fi ufi tuulummaa ni diiginna, yaada namootaa mara'llee booji'aa Kristosiif akka ajajaman ni taasfnna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa beekiisa irratti moroma'aa fi kijiba gufuu te'ee ka'u duudii hin balleessina; yaada namaa duudiille booji'aa Kiristoosiif akka ajajamu goona.