2 Corinthians 10:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani xaleyaa kiyyaan akka waan isin sodaachisiisaatti jiruu akka yaddanu hin fedhu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama tatabe tiyyaani isani sodaachiisu tahu imfed'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin nama ergaa tiyyaan isan sodaachiisu tahuu hinfedhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ergaa kiyyaan waan isin naasisu isinitti hin fakkaatin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eergaa kiyyaan waan isin naasisu isinitti hin fakkaatin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ergaa kiyyaan waan isin sodaachisu isinitti hin fakkaatin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani xalayaa kiyyaan akka waan isin sodaachisiisatti jiruu akka yaaddanu hin fedhu.