2 Corinthians 11:1 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani diqqoo gowwoomulle akka anaa ossattanu hin addadha; magane'ee na ossadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini diqo daalle tahele naa obsa, anini isani kad'ad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo anin diqqoo daallee taheellee, naa obisaa! Anin isan kadhadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gowwummaa tiyya diqqo'otti uduu naa obsitanii mishaa ta'a; ta'ullee dhugamaan naa obsaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gowwummaa tiyya diqqo'otti uduu naa obsitanii mishaa ta'a; ta'ullee dhugamaan naa obsaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gowummaa kiyya muraasa akka naaf obissitan abddii ni taasisa, yabo'oo naa obissaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani diqqoo gowwoomulle akka naa ossattanu hin addadha; maganne'ee na ossadha'a.