2 Corinthians 11:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dhugaan Kiristoosii haga na keessa jirtu, eennulle ifi jajuu kiyya kana lafa Akaayya'aa keessatti na hin dhooggu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uga Kristotiini kakhad'a, haga anini lafa Akaya tana keesa jiru nami tokoleeni dandae dubbi tiyya tana ind'aareesu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugaa Kiristootiin kakadha, haga anin lafa Akkaayyaa tana keessa jiruu, namii tokkolleen danda'ee dubbii tiyya tana hindhaareesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhugaan Kiristoosii akka na keessa jiraatu boonuun kun ana biratti biyya Akaayiyya'aatitti hin dhooggamu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhugaan Kiristoosii akka na keessa jiraatu boonuun kun ana biratti biyya Akkayiya'aatitti hin dhooggamu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhugaan Kristosii ana keessa jiraachuu isaatiin akka hin dhaadanne ka ana taasisu, biyyoota Akaayiyaa titti eennu'llee hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhugaan Kiristoosii haga na keessa jirtu, eennulle ifi jajuu kiyya kana lafa Akaayya'aa keessatti na hin dhooggu.