2 Corinthians 11:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani ammalle isiniin jedha; eennulle gowwaa na hin seyin; yoo seetane ammoo diqqumalle akka ifi jajuuf akka gowwa'aatitti ana fudhadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini dubbi tana ammalle iti deebie jed'a: nami tokoleeni daalle na insehiini. Ammo yo na seetanile, akuma daalle na fud'ad'a, aka anini waan diqo toko ta ufiini guddisu argad'u.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin dubbii tana ammallee itti deebi'ee jedhaa namii tokkolleen daallee na hinsehiin. Ammoo yo na seetaniille, akkuma daallee na fudhadhaa, akka anin waan diqqoo tokko ta ufiin guddisu argadhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee akkana jedha; nama kamiifillee gowwaa waan ta'e isatti hin fakkaatin. Yoo gowwaallee isinitti fakkaadhe, diqqoo akka boonu akka gowwa'aatitti na laakkayaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee akkana jedha; nama kamiifillee gowwaa waan ta'e isatti hin fakkaatin. Yoo gowwaallee isinitti fakkaadhe, diqqoo akka boonu akka gowwa'aatitti na laakkayaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni kum'llee waan ani gowwaa ta'e isatti hin fakkaatin jedhee irra deebi'ee ni dubbadha. Gowwaa yoma isinitti fakkaadhe'llee muraasa akka dhaadadhuuf, akka gowwa'aa taasisa'aatii ana laakkayaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammalle isiniin jedha; eennulle gowwaa na hin seyin; yoo seetane ammoo diqqumalle akka ifi jajuuf akka gowwa'aatitti na fudhadha'a.