2 Corinthians 11:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akka kana ifi jajiisaan yennaa dubbadhu akka gowwa'aa te'eeti malee, akka fedha Gootta'aatii moti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti anini amma dubbad'u kunini waan Aabbooni fed'uniti; waan ufi guddisiiti kana anini aka daalle dubbachu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii anin amma dubbadhu kunin waan Aabboon fedhuuniti; waan ufi guddisiitii kana anin akka daallee dubbachuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkana amanamee yoo boonu ka dubbadhu gowwumma'aan malee akka Gooftaan na ajajetti hin dubbadhu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkana amanamee yoo boonu ka dubbadhu gowwumma'aan malee akka Gooftaan na ajajetti hin dubbadhu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana ufi dhaadu'uun yoo dubbadhu ka dubbadhu akka fedhii Goofta'aa uduu hin ta'in, akka gowwa'aa ta'eeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kana ifi jajiisaan yennaa dubbadhu akka gowwa'aa te'eeti malee, akka fedha Gootta'aatii moti.