2 Corinthians 11:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri hedduun akka yaada fooniititti ka ifi jaju eega te'e, anille ifi hin jaja.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo maro nami hedduuni waan lafatiifi ufi guddisuufi anileeni akasi tolchu male.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo marroo namii hedduun waan lafaatiif ufi guddisuuf aniilleen akkasi tolchuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hedduun waan biyya lafaatiin waan uf jajaniif anillee akkasuma uf jaja.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hedduun waan biyya lafaatiin waan uf jajaniif anillee akkasuma uf jaja.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Baayi'eewwan yaada fooniitiin ufi yoo dhaadan, ani'llee ni dhaadadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hedduun akka yaada fooniititti ka ifi jaju eega te'e, anille ifi hin jaja.