2 Corinthians 11:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin qaroolee waan teetaneef, gowwoolee gammadaan hin ossattan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani guddo qalbi qabdani, tanaafi waan daalleeni jed'u dubbi male obsitani!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan waan guddoo qalbii qabdaniif, waan namii daalleen jedhu dubbii malee obsitan!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin waan qaroo taataniif gammachu'uun worra gowwootallee waan obsitaniif.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin qaroo waan taataniif gammachu'uun worra gowwootallee waan obsitaniif.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin hubattoota akka ta'uu keesaniitiin, gowwoota gammachu'uun ni obissitaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin qaroolee waan teetaneef, gowwoolee gammadaan hin ossattan.