2 Corinthians 11:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami yoo garba isin godhate yookiin yoo isin irra nyaate yookiin bu'aa ifiitiif yoo isin fayyadame yookiin yoo isin tuffate yookiin yoo isin dhabanaase hin ossattan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama isani mohatuufi ka isani koofisufi ka t'urura keesa isani buusufi ka isani tuffatufi ka isani d'abanaasu ch'ufa inu obsitani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama isan moohatu, ka isan koofisu, ka xuruuraa keessa isan buusu, ka isan tuffatuu, ka isan dhabanaasuullee cufa inuma obsitan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eennullee yoo garbicha isin godhate, eennullee yoo isin nyaate, eennullee yoo isin saame, eennullee yoo isinitti uf jaje, eennullee yoo boqoo keessan dhabanaasa'aan dhaye hin obsitan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eennullee yoo garbicha isin godhate, eennullee yoo isin nyaate, eennullee yoo isin saame, eennullee yoo isinitti uf jaje, eennullee boqoo keessan dhabanaasa'aan yoo isin dhaye hin obsitan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana eennu'llee akka garbichaa yoo isin taasise, eennu'llee isin yoo saame, eennu'llee isinitti yoo fayyadame, eennu'llee yoo isin tuffate, eennu'llee fuula keessan dhabanaassa'aan yoo isin dhaye'llee, ni obissitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami yoo garba isin godhate yookiin yoo isin irra nyaate yookiin bu'aa ifiitiif yoo isin fayyadame yookiin yoo isin tuffate yookiin yoo isin dhabanaase hin ossattan.