2 Corinthians 11:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti ammoo waan saniin dadhaboolee te'uu kennaan fokkifataa dubbadha. Eennulle ifi jajiisaaf ila yoo jabaate, anille akkuma isaa ila jabaadhee ifi jaja. Ammalle akka gowwa'aa te'ee tana jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo ch'eerale taate: nu waan akasi tolchu sodaanne! Ammo yo nami ufi guddisu dandae — aka daalle dubbad'a beekha — anileeni ufi guddisu indandaa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo ceeraallee taatee, nu waan akkasii tolchuu la sodaanne! Ammoo yo namii ufi guddisuu danda'ee akka daallee dubbadhaa beekaa aniilleen ufi guddisu indandaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka nu waan akkasii irratti dadhaboota fakkaannee turre ani saalfata'aa dubbadha. Haa ta'uu ammo ani gowwumma'aan akkana jedha. Ugga eennullee ugguun anillee akkasuma hin ugga.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka nu waan akkasii irratti dadhaboota fakkaannee turre ani saalfata'aa dubbadha. Haata'uu ammoo ani gowwumma'aan akkana jedha. Ugga eennullee ugguun anillee akkasuma hin ugga.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka ana saalfachiisu yoma ta'e'llee wonittoota kanniin raawwachu'uuf jajaboota ta'uu dhabuu keenna, isiniif ni ibisa, Garuu eennu'llee dhaadachu'uuf yoo ugge, ani'llee akka isaa uggee ni dhaadadha, kana ka jedhu amma'llee akka gowwa'aa ta'eeti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti ammoo waan saniin dadhaboolee te'uu kennaan fokkifataa dubbadha. Eennulle ifi jajiisaaf ila yoo jabaate, anille akkuma isaa ila jabaadhee ifi jaja. Ammalle akka gowwa'aa te'ee tana jedha.