2 Corinthians 11:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan tajaajiltoota Kiristoosiitii? Ani isaan caalaa tajaajilaa Kiristoosii ti. Ani akka maraata'aa tana dubbadha; ani isaan caalaa yennaa hedduu huji'iin dadhabeera, yennaa hedduu hidhameera, yennaa hedduu dikameera, yennaa hedduulle du'a geyeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri hojattu Kristoti? Aka maraata dubbad'a — ammo anini hojattu Kristo ka worra ira jiru. Anini ya worra ira hojad'e, ya worra ira na hid'ani, ya worra ira na d'aanani, ya worra ira duisati d'iaad'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
warrii hojjatoota Kiristootii? Sunilleen ani irra jira; akka maraataa dubbadhaa–anin ya guddoo warra irra hojjadhe; ya warra irra na hidhan, ya warra irra na dhaanan, ya warra irra du'aatti dhi'aadhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan tajaajiltoota Kiristoosiitii? Akka nama maraatee dubbadhaa natu caala, dadhabbii gudda'aan, guddisee tumamu'uun; hidhamu'uun bu'aa argadhee hennaa hedduu du'uu gaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan tajaajiltoota Kiristoosiitii? Akka nama maraatee dubbadhaa, natu caala, dadhabbii gudda'aan, guddisee tumamu'uun; hidhamu'uun bu'aa argadhee hennaa hedduu du'uu gaye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan tajaajilttoota Kristositi moo? Ani'llee isaan caalaa tajaajilaa Kristositi, kana'llee yoo jedhu akka maraattu'uu ta'eeti ka dubbadhu, isaan caalaa yeroo baayi'ee huji'iin dadhabee jira, yeroo baayi'ee hidhamee jira, yeroo baayi'ee dhaanamee jira, yeroo baayi'ee galttee du'aatiif gayee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan tajaajiltoota Kiristoosiitii? Ani isaan caalaa tajaajilaa Kiristoosii ti. Ani akka maraata'aa tana dubbadha; ani isaan caalaa yennaa hedduu huji'iin dadhabeera, yennaa hedduu hidhameera, yennaa hedduu dikameera, yennaa hedduulle du'a geyeera.