2 Corinthians 11:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa sadi ciira'aan dhaanameera; yennaa tokko dhaka'aan tumameera; yennaa sadi caccab hoboloo gudditti'ii na dhaqqabeera; guyyaa tokkoo fi halkan tokko galaana irra oolee buleera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Rumiini maro sadi uleeni na d'aante, maro toko d'akhaani na d'oosani; maro sadi hobolooni naani ch'ach'abde, gaafa toko guyya tokofi halkani toko bisaani keesa bule.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Roomotii marroo sadii uleen na dhaantee, marroo tokko dhakaan na dhoochee; marroo sadii hoboolloon naan caccabde, gaafa tokkoo halkaanii guyyaa bisaan keessa bule.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa sadihii ule'een dhayame; hennaa tokko dhaga'aan na dhayan; dooniin kiyya harka sadihii cabee guyya'aa fi halkan galaana irra oolee bule.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa sadihii ule'een dhayame; hennaa tokko dhaga'aan na dhayan; dooniin kiyya harka sadihii cabee, guyya'aa fi halkan galaana irra oolee bule.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
yeroo sadihi ule'een dhaanamee jira, yeroo tokko dhaga'aan woqaramee jira, yeroo sadihi galteen dooni'ii narra gayee jira, halkan tokkoo fi guyyaa tokko garba ciisaa irra ni ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa sad ciira'aan dhaanameera; yennaa tokko dhaka'aan tumameera; yennaa sad caccab hoboloo gudditti'ii na dhaqqabeera; guyyaa tokkoo fi halkan tokko galaana irra oolee buleera.