2 Corinthians 11:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Hujii hantuu hujee, akka malee eloyeera; yennaa hedduu hirriiba dhabeera; yennaa hedduu beelodhee dheebbodheera; yennaa hedduulle sagalee dhabeeraayyu; boojji'ii fi daara dageera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja ch'ufa huji hojad'e gaargale; maro heddu hiriiba d'abe; ya beelae d'eebod'e; maro heddu sagalefi daofi woya fed'u d'abe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo cufa hujii hojjadhee gaargalee marroo hedduu hiriiba dhabee beela'ee dheebodhee, marroo hedduu sagalee, da'oo fi wayaa fedhu ya dhabe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dadhabbi'ii fi xaari'iin hennaa hedduu hirriba dhabu'uun, beelaa fi dheebu'uun, hennaa hedduu soomu'uun qorra keessa qullaa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dadhabbi'ii fi xaariin hennaa hedduu hirriba dhabu'uun, beelaa fi dheebu'uun hennaa hedduu soomu'uun qorra keessa qullaa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hujiin baayi'ee fi dadhabbiin'llee natti ni jiran ture, yeroo baayi'ee hirriba dhabee jira, beelaa fi dheebuu bishaaniitiin'llee sarddamee jira, yeroo baayi'ee'llee dhabiinssi nyaataa narra gayee jira, qorraa fi daarri'llee narra gayee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hujii hantuu hujee, akka malee eloweera; yennaa hedduu hirriiba dhabeera; yennaa hedduu beelodhee dheebbodheera; yennaa hedduulle sagalee dhabeeraayyu; boojji'ii fi daara dageera.