2 Corinthians 11:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan dhibii lakkisii marroo wolde'oota kiristaanaatiif, guyyuma guyya'aan hedaa yaadda'aa ture.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan d'ibi lafuma d'aabi, guyya ch'ufa baa ulfo qaba, hujiini gumi Waaqa ch'ufti na gubba jirti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan dhibii lafuma dhaabii, guyyaa cufa baa ulfoo qaba, hujiin gumii Waaqaa cuftii na gubbaa jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hafe uduu hin laakkayin guyya guyya'aan wonti natti ulfaatu yaada tokkummaa woldaa Kiristaanaati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan hafe uduu hin laakkayin guyya guyya'aan wonti natti ulfaatu yaada tokkummaa woldaa Kiristaanaa ti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wonitti bira'aa marri'llee uduu hin lakkaayamin waayee woldayoota kristaanaa maraaf guyya guyya'aan yaadu'uun, ni sarddama ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan dhibii lakkisii marroo wolde'oota kiristaanaatiif, guyyuma guyya'aan hedaa yaaddowaa ture.