2 Corinthians 11:29 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Eentu dadhabeeruun, ani dadhabuu dhabeera? Eentu cubbu'uun gufatuun, gadhaan na laalatuu dhabeera?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami toko laafe, anileeni ya laafe; yo nami toko daba keesa buu, anini ilaalefad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo namii tokko laafe, aniilleen ya laafe; yo namii tokko daba keessa bu'uu, anin inlaalefadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka hin dadhabne eennu? ani hin dadhabuu? Ka cubbuu keessa hin seenne eennu? yoo san ani hin aaruu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka hin dadhabne eennu? ani hin dadhabuu? Ka cubbuu keessa hin seenne eennu? yoo san ani hin aaruu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni tokko yoo dadhabu ani woliin ka hin dadhabin yoom? Naminni tokko cubbu'uun yoo gufatu, ani ka hin dallaniin yoom?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eentu dadhabeeruun, ani dadhabuu dhabeera? Eentu cubbu'uun gufatuun, gadhaan na laalatuu dhabeera?