2 Corinthians 11:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma bofi maltumma'aan Hewwaan sobe, yaadi keessanille gara badee qajeelumma'aa fi qulqullummaa Kiristoosiif qaddanu irraa isin gorsinnaa jedhee sodaadha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini insodaad'a; hegeri qalbiini teesani hamaatte jaalala Kristo qulqullo lakiftani — akuma bofi Hawai malteeni sobe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma boofii qaroomaan Hewwaan sobee, hegerii akkasuma qalbiin teessan hammaattee, jaalalaa Kiritoo qulqulloo lakkiftan jedheeti sodaadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'u ammo akkuma bofni dharaan Hawwaa dogoggorse, yaanni keessan badee maal laataa qajeellumma'aa fi qulqullinni Kiristoosiif ta'u akka hin jijjiiramne sodaadha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'u ammoo akkuma bofin dharaan Hawwaa dogoggorse, yaanni keessan badee maal laataa qajeellumma'aa fi qulqullinni Kiristoosiif ta'u akka hin jijjiiramne sodaadha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bofinni Hewaanin dabaan akkuma isii dogoggorssiiseen yookiin yaadinni keessan'llee badee, Kristosiif ka qabddan yaadinni qajeelaan, qulqulluu fi amanammummaa ni dhiifittan jedhee sodaadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma bofi maltumma'aan Heewwan sobe, yaadi keessanille gara badee qajeelumma'aa fi qulqullummaa Kiristoosiif qaddanu irraa isin milissinaa laati jedhee sodaadha.