2 Corinthians 11:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ifi jajiis yoo barbaachise, ani waan dadhabbii tiyya mudhisuun ifi jaja.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo anini ufi guddisu male, waan laafinna kiyya agarsiisufi ufi guddisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin yo ufi guddisuu malee, waan laafinna kiyyaa agarsiisuuf ufi guddisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Boonuun yoo ka barbaachisu ta'e waan dadhabbii kiyya keessatti ta'uun boona.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Boonuun yoo ka barbaachisu ta'e waan dadhabbii kiyya keessatti ta'uun boona.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhaadachuu ka barbaachisu yoo taate ani ka dhaadadhu, dadhabummaa kiyya wonittoota muldhisaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ifi jajiis yoo barbaachise, ani waan dadhabbii tiyya mudhisuun ifi jaja.