2 Corinthians 11:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa ani qachaa Damaasiqo'oo keessa jiru, bulchaan mooticha Areexaasiin jalatti bulchiisatti jiru, ana qassiisiisaaf barbaadee, karroota qacha'aa eeddotaan eessisaa ture.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa anini Damaski jiru, jaallabi hayyu Areta jala hojatu askarti kara dira keesa naqe, aka na qabdu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa anin Damasqoo jiru, jaallabii hayyuu Areexaa jala hojjatu akka na qabu warra waraannaa karaa diraa keessa naqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani Damaasqoo ture namichi mooticha Arixoyoos jedhamu jalatti ummata bulchu na qabu'uuf balbala qacha'aa eessisa'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa ani Damasqoo ture, namichi Mooticha Arixoyoos jedhamu jalatti ummata bulchu na qabu'uuf balbala qacha'aa eessisa'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Magaalaa Damaasqo'oo yeroo turetti nugusicha Areexaasii gadi ka ture bulchaan biyyaa ana qabu'uuf barbaadee, balballan magaala'aa wordiyyootaan ni eegisisa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa ani qachaa Damaasqo'oo keessa jiru, bulchaan mooticha Areexaasiin jalatti bulchiisatti jiru, na qassiisiisaaf barbaadee, karroota qacha'aa eeddotaan eessisaa ture.