2 Corinthians 11:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namooti ammoo, qiriccoo keessa na keyanee urata dalleyaatiin na buusaneeranuun isa jalaa miliqe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo dadu keesa na kayani, qaa girgidaa keesaani lafa na buusani, jennaani kae baqad'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo daduu keessa na kaahaniitti qaa'a badaa manaa keessaan lafa na buusan, jennaan ka'ee baqadhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo qaalawa dallawaatiin keeshee keessa na buusanii jalaa baye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammo qaalawa dallawaatiin keeshee keessa na buusanii jalaa baye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu namoonni karaa fooddaa kaloo kaabaa dhaga'aatiin ginboolaa keessa kaayanii gad ana buusaniit, harka isaatii ni baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti ammoo, qiriccoo keessa na keyanee urata dalleyaatiin na buusaneeranuun isa jalaa miliqe.