2 Corinthians 11:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani ammoo karaa tokkolle'een ergantoota guguurddoo tana irraa waan diqqaadhu hin seyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan ani sehu, anini worra ergattu ufiini jed'u suni kara tokoleeni maand'aniti!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan sehuun, warra ergamtoota ufiin jedhu sunii karaa tokkolleen maandhaniti!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ergamtoota ijoo sanniin keessaa waan tokkoonillee akka waan isaan hanqadheetitti uf hin laakkayu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ergamoota ijoo sanniin keessaa waan tokkoonillee akka waan isaan hanqadheetitti uf hin laakkawu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu ani ergamittoota ol aanota ta'an kanniin womaanuu ka hanqadhu natti hin fakkaatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ammoo karaa tokkolle'een ergantoota guguurddoo tana irraa waan diqqaadhu hin seyu.