2 Corinthians 11:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani gatii malee Oduu Gammadaa ta Waaqaa waan isinii lallabeef, akka isin ol jettanuuf ifi gad qabuu kiyyaan cubbuu hujee ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gaafa Odu Dansa ta Waaqa isaniti odeese woma tokole isani ira imfud'anne; anini ufi diqeese aka isani guddisu. Waan kana anini wollaala tolche?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin gaafa oduu dansaa Waaqaa isanitti himee homaa tokkoollee isan irraa hinfudhanne; anin isan guddisuuf ufi diqqeesse. Waan kana anin wallaala tolchee?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mo'o Dubbii Nagayaa Rabbii mindaa malee waan isinitti himneef; akka isin ulfaattaniif mataa kiyya waan gadi qabeef cubbuu hojjadhee laata?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mo'o Oduu Nagayaa Rabbii mindaa malee waan isinitti himneef; akka isin ulfaattaniif mataa kiyya waan gadi qabeef cubbuu hojjadhee laata?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ani wongeela Waaqaa mindaa malee isiniif lallabuu kiyyaa fi isin ol qabu'uun mataa kiyya salphisuun kiyya, yookiin akka cubbu'uu titti natti lakkayamee jiraatinnaa ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gatii malee Oduu Gammadaa ta Waaqaa waan isinii lallabeef, akka isin ol jettanuuf ifi gad qabuu kiyyaan cubbuu hujee ree?