2 Corinthians 11:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin tajaajiliisaaf, wolde'oota kiristaanaa dhibii irraa qarqaarsa waan fudhadheef, ani isaan saameera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa anini jiddu teesani hojad'e, gumi fulla d'ibiti hori na baase. Anini worra dura wo fud'ad'e isaniini qarqaare.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa anin jidduu teessan hojjadhee, gumii fulaa dhibiitti horii naa baase; anin warra duraa wa fudhadheetti isaniin qarqaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin tajaajilu'uuf mindaa fudhata'aa tokkummaa Woldaa Kiristaanaa saamee!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin tajaajilu'uuf mindaa fudhata'aa tokkummaa Woldaa Kiristaanaa saamee!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin tajaajilu'uuf woldayoota kristaanaa kaanniin irraa gargaarssa fudhuu kiyyaan, isaan saamee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin tajaajiliisaaf, wolde'oota kiristaanaa dhibii irraa qarqaarsa waan fudhadheef, ani isaan saameera.