2 Corinthians 12:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani hunna ka dhaggadhu dadhabaa yennaa te'utti waan teeteef Kiristoosiif yennaa dadhabu, yennaa arraffamu, yennaa rakkadhu, yennaa miidhamu fi yennaa yaaddawu hin gammada.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini laafinnafi arabaafi d'ibafi d'ipufi gargala maro Kristotiifi indidu. Wonti akasitiifi yo anini laafa anini guddo jabaad'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin laafinna, arraba, dhibaa fi dhiphuu, gargala marroo Kiristootiif hindidu. Wantii akkasitiif anin yo laafaa guddoo jabaadha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf waan Kiristoosiitiif dadhabbiin, xaaruun, rakkoon, ari'amu'uu fi dhiphachu'uun gammada. Yoo dadhabe waan hennaa san jabaadhuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaaf waan Kiristoosiitiif dadhabbiin, xaaruun, rakkoon, ari'amu'uuf, dhiphachu'uun hin gammada. Yoo dadhabe waan hennaa san jabaadhuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Huminna ka argamu dadhabaa yeroo ta'utti waan ta'eef waayee Kristositiif yoo dadhabu, yoo arrabssamu, yoo rakkadhu, yoo ari'atamuu fi yoo sarddamu ni gammada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani hunna ka dhaggadhu dadhabaa yennaa te'utti waan teeteef Kiristoosiif yennaa dadhabu, yennaa arraffamu, yennaa rakkadhu, yennaa miidhamu fi yennaa yaaddawu hin gammada.