2 Corinthians 12:13 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani ijjumaa isinitti ba'aa te'a dhabuu kiyya malee, ani maaniin wolde'oota Kiristaanaa dhibii isin hanqise? Tunille akka yakka'aatitti ta laakkowantu yoo teete naa araarama'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti d'ibiini anini isanii tolche taka gumi d'ibi intolchiini maani? Qarqaarsa ch'alla naa kenna isani injed'iini. Naa araarama, yo anini waan hamtu isani tolche!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii dhibiin anin gumii Kiristiyaanaa taanii tolchee takka isanii hintolchin maal? Wantii isan irraa irdhate yo jiraate qarqaarsa callaa naa kennaa isaniin hinjedhin; wallaala kanaaf ammoo naa araaramaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ufii yoo isinitti ulfaachuu dhabaadhe, kanaa achi wonti woldaa biraa hanqattaniin maali'iin ree? yakka kiyya kana naa dhiisaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani ufii yoo isinitti ulfaachuu dhabadhe, kanaa achi woldaa biraa wonti hanqattaniin maali'iin ree? yakka kiyya kana naa dhiisaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin irratti ba'aa uduu hin ta'in hafuu kiyyaan alatti woldaya kristaanotaa kaanniinii gadi, wonitti isin irraa dhidhise taasise maali'i? Kun'llee balleessaa ta'ee yoo ka lakkaayamuu dhiifama naa taasisaa!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ijjumaa isinitti ba'aa te'a dhabuu kiyya malee, ani maaniin wolde'oota Kiristaanaa dhibii isin hanqise? Tunille akka yakka'aatitti ta laakkowantu yoo teete naa araarama'a.