2 Corinthians 12:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ani isiniif jedhee waan qabu duudii, ifille dabarsee adoo isiniif kenne guddoo hin gammada. Eega ani akkana guddisee isin jaaladhe, isin diqquma na jaalatanii ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan qabu ch'ufa gammadaani baasa, nafa kiyyale, aka isani qarqaaru. Yo anini guddise isani jaalad'e, jaalalti teesani dandeete diqaatti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin waan qabu cufa nafa kiyyaallee akkka isan qarqaaru gammadaan baasa. Yo anin guddisee isan jaaladhe, jaalaltii teessan dandeettee diqqaattii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ammo waan lubbuu keessaniitiif gammachuu gudda'aan birrii kiyya kaffala. Ufillee yoo ta'e hin kaffala; hagaa olitti yoo isin jaaladhe, waan kanaaf jaalalli keessan hin hanqataa?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani ammoo waan lubbuu keessaniitiif gammachuu gudda'aan birrii kiyya kaffala. Ufillee yoo ta'e, hin kaffalla; hagaa olitti yoo isin jaaladhe, waan kanaaf jaalalli keessan hin hanqataa?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee keessaniif qabeenna kiyya dhiisii mataa kiyya'llee dabarssee uduu kennee, haalaan ni gammada, eegaa ani hagana mara baayi'isee yoo isin jaaladhu, isin ka ana jaalattan akkuma kana muraasaan moo?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isiniif jedhee waan qabu duudii, ifille dabarsee adoo isiniif kenne guddoo hin gammada. Eega ani akkana guddisee isin jaaladhe, isin diqquma na jaalatanii ree?